Sagantaa gargaarsa haatattamaa kan prezidaantiin Amerikaa duula farra Eedsii gargaaruuf baasan, kan PEPFAR jedhamee beekamu, Itiyoophiyaa, naannoolee wal-waraansaa keessa jiranitti xiyyeeffanna kennuun akka hojjatu beeksisee jira. Sagantaa kanaaf waltaasiisaa eeggataa kan ta’an Beenjaamin Kaasdaan sagalee Amerikaaf akka ibsanitti, naannoolee walittibu’iinsi jiru keessatti faca’inni dhukkuba HIV/AIDS dabalaa akka jiru ibsan. Gabaasa Gabremikaa’el Gabremadhin Finfinnee irraa ergee Jallannee Gamdaatu dhiyeessa.
Itiyoophiyaatti, Naannoolee Walitti-bu’iinsi Jiru Keessatti Faca’inni HIV/AIDS Dabalaa Akka Jiru Himame
- VOA
Forum